AMBOO —
Rakkooleen tibba kana Oromiyaa keessatti mumul’atan sababaa gaaffileen uummataa hin deebineef, fedhiiwwan wal hin simanneef, akkasumas, qaawwan hojii naga-eegumsaa keessa jiruuf akka tahe – kanneen dhimmicha xiinxalan - Barsiisonni Gaazexessummaa fi Siyaasaa Yunivarsiitii Amboo fi Wallaggaa dubbatanii jiran.
Rakkoolee wal fakkaatan ka biroon akka hin uumamneef waan godhamuu qaba jedhanis himanii jiran.
Guutummaa isaa caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5