AMBOO —
Godina Shawaa Lixaa, aanaa Meettaa Walqixxeetti, “humnoonni hidhatanii socho'an qaamota nageenyaa afurii fi konkolaachisaa Ambulaansii tokko ajjeesan” jechuun balaaleffatan itti gaafatamaan Waajjira Bulchiinsaa fi Nageenyaa aanichaa.
Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii Kibba Lixa Shaggar waa’ee kanaa gaafatamanii,''eeyyeen nu tu raaw’ate, waan nu sakatta'uuf nutti dhufaniif itti dhukaasne,” jedhan.
Your browser doesn’t support HTML5