Sidaamaa Keessatti Namoota Sagalee Kennan Galmeessuun Jalqabamee jira

  • VOA

Ambaasaaddarri Amerikaa Itti Anaa bulchaa Godinaa Sidaamaa Haasofsisanii Jiru.

Hiree murteeffannaa godina Sidaamaaf uummata sagalee kennan galmeessuun har’a wiirtulee filannoo mara keessatti jalqaamuu isaa dura teessuun boordii filanoo Itiyoophiyaa aadde Birtukaan Miidheksaa beeksisan.

Gama biraan Itti aanaa bulchaan bulchiinsa naannoo uummattoota gama kibbaa obbo Ristu Yirdaw Itiyoophiyaatti ambaasaaddara Ameerikaa Maaykil Raynor simachuun dubbisaniiru. gabase.

Your browser doesn’t support HTML5

Sidaamaa Keessatti Namoota Sagalee Kennan Galmeessuun Jalqabamee jira