Torban dabre, Naakoo Malkaa, Ogeettii Fayyaa waggoota hedduu dura biyya Jarmanii irraa gara Itiyoophiyaa deemanii, bulchiisa naannoo Oromiyaa bakkawwan adda addaatti tajaajila fayyaa kennaa jiran – Kiristel Arens haasofsiisee, dhiheessinee turre. Haasawa isaanii har’aa keessatti immoo haala itti Kiristel Afaan oromoo baratanii fi waa’ee kitaaba isaan barreessaniitti fuuleffata.
Kutaa 2ffaa: Lammii Jarmanii Seenaa Dubartoota Oromoo Barreessan
Your browser doesn’t support HTML5