Filannoon Hiree Murteeffannaa Uummata Sidaamaa Nagaan Adeemsifame

Filannoon Hiree Murteeffannaa Naannoo Uummattoota Kibbaa, Godina Sidaamaa karaa nagaan adeemsifame jedhan, filattootni fi geggeessitootni Godina Sidaamaa.

Suuraalee Bakka Filannoo
Hiriira irratti dhiphina mullate malee rakkoon birla hin muudanne jedhameera.