HAWAASAA —
Filannoon Hiree-murteeffannaa Naannoo Uummattoota Kibbaa, Godina Sidaamaa karaa nagaan adeemsifame jedhan, filattootni fi geggeessitootni godinichaa.
Heddummina uummata sagalee kennuuf hiriiree irraa kan ka’e wal-muddinsa mul’ate irraa kan hafe rakkoon uumame akka hin jirre dubbatu. Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5