Biyyoonni Naannoo Addunyaa Qorannaa Aangoo Irraa Kaafamuu Traamp Hordofaa Jiran

  • VOA

Adeemsi qorannaa prezidaant Doonaald Traampiin aangoo irraa kaasuuf jiru itti fufee ennaa jiru kanatti kan oduu isaa hordofaa jiru lammiiwwan Ameerikaa qofaa miti.

Uummanni naannoo addunyaa lola siyaasaa Waashingiten keessaa hordofaa jiran. Hedduun akka jedhanitti dimokraasiin Ameerikaa hojii irra oolaa jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Biyyoonni Naannoo Addunyaa Qorannaa Aangoo Irraa Kaafamuu Traamp Hordofaa Jiran