WAASHINGITAN, DIISII —
Ministarri Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa fi Itti-aanaa dura-taa’aan ODP. Obbo Lammaa Magarsaa falaasama Ida’amuu fi walitt-baquu paartiileetti akka walii hin galle har’a Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsan.
Your browser doesn’t support HTML5
*Guutummaa gaafii fi deebii kana aangawoota paartii irraa deebii akka arganetti fudhannee dhihaanna.