Gaaffii fi Deebii Guutuu Obbo Lammaa Magarsaa Waliin Geggeessamee fi Deebii Paartii Badhaadhimaa

  • Jaallannee Gammadaa

Obboo Lammaa Magarsaa fi Fiqaaduu Tasammaa

ODPn walagahii ariIfachisaa guyyoota lamaaf Adaamaatti gaggeesseen Paartii Badhaadhinaatti makaamuuf akkasumas rifoormii kan deggeru ta’uu Obbo Kaasahun Gofee Sabaahimaa mootummaaf ibsa kennuun isaanii ni yaadatama. Kana ilaalchisuun yaada gama isaanii akka nuuf kennaniif Jaallanneen Jimaata kaleessaa Itti-aanaa dura-taa’aa ODP fi Ministara Ittisa Biyyaa Obbo Lammaa Magarsaa haasofsiistee turte.

Obbo Lammaan falaasama Ida’amuu fi walitti-baquu paartiilee irratti akka yaada addaa qaban dubbatan Obbo Lammaan. Gama biraan Paartii Badhaadhinaa Itiyoophiyaatti, Itti gaafatamaa Waajira Naannoo Oromiyaa – Obbo Feqaaduu Tasammaa irraas har’a deebii argannee jirra. Isaan immoo gabaasaa keenya Muktaar Jamaal tu dubbise.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi Deebii Guutuu Obbo Lammaa Magarsaa Waliin Geggeessamee fi Deebii Paartii Badhaadhimaa

Gabaasaa VOA Muktaar Jamaal Obboo Fiqaaduu Tasammaa wajjin yeroo geggeessu, Sadaasa 30, 2019