Paartileen ADWUI Walti Makamuu Isaanii Walii Mallatteessanii Mirkanfatan

  • VOA

Walii mallatteessuu tana irratti muummee ministera Abiy Ahmed,itti aanaa isaa Demmeqee Mokonninii fi ministera nagaa aaddee Mufiriyaat Kamaal faatti keessa jiran.

Akka muummeen mistera Dr Abiy jedhetti walii malaltteessuun tun seeruma guutachaa durumatti deemti paartin Badhaashina paartii dhugaa fi beekumsaa yayyabamte jedhe

Paartilleen cuftii nama ufii ulfaa buufatani mallatteessan.

Paartileen walii mallatteessan paartii Demokriaasii Oromoo,Paartii Demokiraasii Amaaraa,Paartii naannoo Kibbaa, Somaalee, Gaambellaa,Harerii,Binishangul fi Affaar bulchan.