FINFINNEE —
Pariileen siyaasa Oromoo lamaa fi paartiin kanneen biro lama marii federaliistii maqaaleetti ta'amera hafaan qaxxamuuran firoomuun hin danda'amu jedhan.
Partileen kunnen Addi Bilisa Baasa Umata Tigraay(TPLF) haAriiroo waaraa umuuf yoo kan hojjetu ta'e jalqaba dhimmota irratti waliin dubbachuu qabnuutu jira jedhu..
Gabaasa Guutuu Caqasaa