FINFINNEE —
Guyyaan Saboota fi Sablammootaa Itiyoophiyaa ka bara kanaa qopheessumaa Bulchiisa Naannoo Oromiyaatiin har’a Finffineetti kabajamee jira.
Nageenyi biyya waan hundaa caala murtessaa waan ta’eef lammileen aantumaa fi jaalala biyyaf akka waardiyaa dhaabatan ka sirna kana irratti argamanii haasawa dhageessisan Prezidaantiin Federalawa Ripaablikii Itiyoophiyaa Adde Sahaalewarqi Zawudee waamicha dhiheessanii jiran. Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5