WAASHINGITAN, DIISII —
Waldaan Misooma Oromiyaa ykn ODAAn mana barnootaa bultii addaa isa lamaffaa magaalaa Bishooftuu keessatti banuun eebbisise jira. Daayreekteera Olaanaa ODAA - Obbo Dajanee Itichaa akka jedhanti fedhiin uummataa dabalaa adeemuutu mooraa 2ffaan kun akka banamuu dirqisiise.
Lammiwwan Oromoo biyya keessaa fi ala jiran deggersa gochaa jiran guddaa ta’u ibsuun kan galateeffatan Obbo Dajaneen barattoota kana carraa barnootaa gara fuula duratti qaban akka fixaan ba’u gochuuf hunduu deggersa gochuu akka qaban hubachiisan.
Gabaasa Guutuu Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5