FINFINNEE —
Guyyaan Mirga Namooma marsaa 71ffaaf guutummaa Addunyaatti yaadatamu, har’a Itiyoophiyaatti kabajamee jira.
Mootummaan mirgoota namoomaa kabajuu, kabajjisisuu fi dirqamoota mirga namoomaa sadarkaa addunyaa irra jiru akka bahatuu fi ol’aantummaa seeraa akka tiksu sirna magaalaa Finfinneetti geggeessame kana irratti gaafatamee jira.
Your browser doesn’t support HTML5
Guyyaan Mirga Namoomaa 71ffaan Guutummaa Addunyaatti Har’a Yaadatame Itiyoophiyaattis Ayyaaneffame