Gubachuu Masjiidaa Naannoo Amaaraa Ilaalchisee Bakka Adda Addaatti Mormiin Dhagahamaa Jira

Koree Dhimma Islaamaa

Tibba kana Naanno Amaara Magaala Mooxaatti Masgidonni mana sagada Hordoftoota Amantaa Islaama Ibiddan gubachuu isaatiin wal qabatee bakka adda addaatti mormiin dhagahamaa jira.

Mormii kana koreen fala barbaaddu dhimma Muslimaa kan waame yoo ta'u mootumman naannoo Amaara miidhaa gaheef itti gaafatamumma akka fudhatu gaafatamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutu caqasaa