Jaarsummaan Rakkoo Naannoolee Amaaraa fi Tigiraay Gidduu Furuutti Fuuleffate Finfinneetti Geggeessame

Tokkumma Sabdanessa biyya Itiyoophiyaa jabeessuf rakkoolee keesso maridhaan furuun akka barbaachisu waamichi dhihaate.

Mariin fi Jaarsumman rakko naannolee Amaraa fi Tigraay jiddutti muldhatu irratti mari'atu hardha Finffineetti taa'amee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutu caqasaa