Masjiidni Mooxaatti Gubachuu Mormuun Har’a Magaalaalee Hedduu Keessatti Hiriirri Geggeeffamee Jira

Magaala Finffinee dabalatee magaalaalee Oromiyaa hedduu keessatti gochaa masjiidota gubuu naannoo Amaaraa magaalaa Mooxaaatti raawwate balaaleffachuuf hiriirri taasifamee jira. Hiriirri mormii taasifame kun heddun isaa rakkoo nageenyaa malee nagayaan xumurame.

Your browser doesn’t support HTML5

Hiriira Mormii gubachuu manneen amantii ilaalchisee dhiyaate caqasaa