Obbo Jawaar Mohammed Miseensummaa Kongiresa Federaalwwa Oromoo Guutuu Isaanii Labsan

Daarektara Ol’aanaa OMN ka turan, rogeessi siyaasaa – Obbo Jawaar Mohammed, siyaasa Oromoo keessatti akka jaarmayaatti hirmaachuuf, miseensummaa Koongiresii Federaalawa Oromoo guutuu isaanii beeksisanii jiran. Obbo Jawaar yeroo dheeraaf sochii jaarmayaa isaanii gargaaraa akka turan ka dubbatan – Dura-taa’aan Kongiresii Federaalawa Oromoo, Proofesar Mararaa Guddinaa Obbo Jaarmayaa isaaniitti galmeessamuu ibsanii mirkaneessanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa