Lammileen Itiyoophiyaa 13 Seeraan Ala Keeniyaa Seenan Kaanaabiisii Waliin Qabaman

Lammileen Itiyoophiyaa seeraan ala gara Keeniyaa seenan 13 Keeniyaa kutaa bulchiinsa Kirinyaagaa jedhamtu keessatti poolisii biyyattiitiin to’annaa jela oolan. Poolisiin Keeniyaa konkolaataa lammileen Itiyoophiyaa ittiin deemaa turan keessattis qoricha sammuu nama adoochu Kaanaabiisii kiiloo 20 qabeera jedhe

Your browser doesn’t support HTML5

gabasa guutuu caqasaa