Angawoota Itti Gaafatama Irraa Kaafamuun Mormii Kaasisee fi Deebii Kenname

  • VOA

Faayilii - Aaddee Fatlawarqi Gabragzaabeer, hoggantoota dhiheenya hojii ministirummaa irra kaafman keessaa takka

Mummichi Ministeera Itiyoophiyaa Abiyyi Ahmad torban kana ministeeroota sadii kan muudan yoo ta’u federaalaa fi bulchiinsa magaalaa Finfinnee irraa immo aangawoota lama kaafamanii jiru.

Kana ilaalchisee koreen gidduu gala kan Adda Bilisummaa Uummata Tigraay ykn TPLF Robii dabree Amajjii 22 bara 2020 ibsa baseen miseensoonni isaa lama seeraan ala aangoo irraa kaafaman jedhee jira.

Paartiin biyya bulchaa jiru Badhaadhinni immo hojiin seeraan alaa gaggeeffame hin jiru jedhee jira.

Gabaasaa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Angawoota Itti Gaafatama Irraa Kaafamuun Mormii Kaasisee fi Deebii Kenname