AMBOO —
Godina Shawaa Lixaa, aanaa Iluu Galaan, magaalaa Ijaajjiitti Kibxata darbe, humnoota nageenyaa fi namoota Taabota Mikaa’elii Waldaa Kiristaanaatti galchanii deebi’an gidduutti wal dhibdee uumameen, poolisoonni Afurii fi dargaggootni lama madaa’uu poolisii fi maatiin dargaggootaa dubbatan.
Wal dhabinsa kana kakaasuutti kenneen shake loboota sadii fi dargaggoota shantama tahan hidhuu hidhuu isaa waajirri poolisii aanichaa beeksisee jira.
Itti gaafatamaan kutaa lallabaa Mana Amantaa Ortodoksii, ka Godina Shawaa Lixaa dhimmicha quba qabaachuu himanii, qalbii tasgabbaa’een ilaaluu barbaachisa, jedhu.
Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5