Tamsaasni Televiiziyoonaa Haaraan Finfinnee Irraa Afaan Oromoon Hojii Jalqabe

Dhaabbatni Televiiziyoonaa haaran “Finfinnee Intigireetid Biroodkaastiing (FIB) jedhamu, Dilbata dabre jechuun akka Lakkoobsa Itoophiyaatti Amajji 17 bara 2012 eebbifamee hojii eegalee jira.

Akka walitti-qabaan fi Daarektara Dhimma Seeraa Boordii dhaabbatichi ittiin buluu ka tahan - Obbo Lammii Taayyee Fidaa jedhanitti, FIBn, Itiyoophiyaa keessatti miidiyaa Televiiziyoonaa Afaan Oromoon tamsaasuf dhabbate ja’affaa dha.

Your browser doesn’t support HTML5

Tamsaasni Televiiziyoonaa Haaraan Finfinnee Irraa Afaan Oromoon Hojii Jalqabe