WAASHINGITAN, DIISII —
Boordiin Filannoo Itiyoophiyaa lammummaa Itiyoopiyummaa obbo Jawaar Mahaamad guyyaa murtaa’e keessatti akka mirkanaa’u yeroo lammataaf Kongresii Federaalawaa Oromoof Xalayaa ege.
OFKn gama isaan seera irratti hundaa’uun furmaata akka argatu goona jedhee jira.
Your browser doesn’t support HTML5
Jawaar Mahaammad Lammmii Itiyoophiyaa Ta’uu Isaaf Ragaa Akka Dhiyeessu Boordiin Filannoo Gaafate