FINFINNEE —
Waldaa Ortodoksii Tawaahidoo Qulqullichi kan Itoophiiyaatti abunoonni Naannoo Oromiyaa har’a sabaa himaaf ibsa kennaniin qoqqobbiin dhiheenya kana koree mana lubummaa Oromiyaaf hundeeffame irra kaa’ame sirrii akka hin ta’iin dubbatan.
Akka abbootiin amantaa kun jedhanitti, tarkaanfiin qoqqobbii tibba kana Sinoodoosii Qulqulluu kan Ortodoksii Tewaahidootiin koree mana lubummaa Oromniyaaf hundeeffame irra kaa’amee ture kun amma kaafamee jira. Gabaasa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5