Seenaa Pireezdntii Masrii Duranii, Hoosnii Mubaararak Irraa Amma Tokko

Your browser doesn’t support HTML5

Pireezdntiin Masrii duranii, Hoosnii Mubaararak umurii isaanii oggaa 91-tti Kibxata kaleessaa du’aan boqtaniiru.

Hoosnii Mubaarak waanna ittin beekkaman keessa tokko, akkuma biyyoota Arabaa kaanii caasaa mootummaa caasaa maatii godhuudhan ture. Hoosniin Firaa fi Hiriyoota isaanii angotti baasan, ilma isaaniis dhaala angootif qopheessaa turan.

Bara 2011 garuu- guyaa 18 keessatti - sun hunduu raawwatee. Mormiin uummata biraa cimee angoo akka gadhiisan isaan dirqisiise.