WAASHINGITAN, DIISII —
Caasaan Fayyaa Afrikaa keessaa rakkisaa tahuu mala yeroo jedhamaa jiru kanatti, biyyoonni Afrikaa dhukkuba Koronaaviirus irraa of baraaruuf carraaqaa jiran. Dhukkbichi ardittii keessatti dafee mul’achuu dhabuun akka biyyoonni qophaa’uuf yeroo kenneef jedhama.
Oduu har’a dhaqqabeen immoo, Naayijeriyaa keessatti dhukkubichi nama tokko irratti mul’achuun himamee jira.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5