Gamoolee Yunivarsitii Maqaalee Goototaa fi Beektotaan Moggaafaman

Gamoolee Yunivarsitii Maqaalee Goototaa fi Beektotaan Moggaafaman

Yunivarsitii Dambi Doolloo keessatti gamooleen tajaajila adda addaa kennan maqaa gootota fi namoota bebbeekamoo naannoo sanattis tahe sadarkaa Oromiyaa fi Itiyoophiyaatti wanna gaarii hojjetaniin moggaafamuu Yunivarsiitiin Dambii Doolloo beeksise.

Akka seenaan gaariin namoota knaa dhalootaan yaadatamaa jiraatu gochuuf gamoolee Yunivarsatichaa maqaa isaaniin moggaafamuu dubbatan - Daarekatarri Quunnamtii Hawaasaa Yunivarsiitii Dambii Doolloo Piroofeesarri Gargaaraan Tamasgeen Alamuu. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gamoolee Yunivarsitii Maqaalee Goototaa fi Beektotaan Moggaafaman