Qophii Filannoo fi Rakkolee Mumul’atan. Kutaa 3ffa

Maqalee, Tigiraay

Yeroo Itoophiyaan filannoo Hagayyaatti deemaa jirtutti paartilleen mormituu ammoo “mootummaan namoota nurraa hidhaa jira. Guyyaa filannoos kan nuti itti walii hin galin qabe,” jedhu.

Deggartoota isaanii doorsisaa fi hidhaa waan jiraniif umamtallee dubbisuuf akka rakkatan himatu.Paartiilee mormituu naanno Tigraay keessa jiran kanneen himannaa akkanaa dhiheessan keessaa haga tokko. Mootummaan naannoo kanaallee himannaalee kanaaf deebii gama isaa qaba.

Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Qophii Filannoo fi Rakkolee Mumul’atan. Kutaa 3ffaa