Morookoon Balaliiwwan Xayyarota Daldalaa Guutummaatti Ugguruufi

  • VOA

Turistoota Marrakech daawachaa jiran,Morookoo

Mootummaan Morookoo balaliiwwan xayyaarota hojii daldalaa guutummaatti ugguruuf murteessuu isaa beeksisee jira.

Faca’insa Vaayiresii Koronaa biyyattii keessaa hanqisuuf jecha, kanneen biyyattii keessatti ugguramanii turan - tuuristoonni biyyota Awurooppaa kumaan lakkawaman eega xayyaarotaan gara biyyoota isaaniitti deebisamanii booda tarkaanfii kana fudhate – Mootummaan Morookoo.