Interneetii fi Bilbilli Cufamuun Hawaasa Odeeffannoo Argachuu Dhoowwaa Jira: Ogeessota Fayyaa

Tajaajilli bilbilaa fi Intarneetii Godinaalee Wallaggaatti cufamee jiru akka hawaasni godinaalee sanaa weerara Vaayirasii Koronaarratti hubannoo gahaa hin arganne taasise, jedhan ogeessotni fayyaa fi jiraattotni tokko tokko.


Biiroon Fayyaa Naannoo Oromiyaa immoo Giddugalli tokko dhibee kana ilaalchisee magaalaa Naqamteetti banamee waan jiruuf hawaasni odeeffannoo argataa jira, jedhee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Godinaalee Wallaggaatti Cufamuu Blbilaa fi Intarneetii fi Dhiibbaa Isaa