Naayijeeriyaan Uummati Ishee Vaayiresii Koronaa Irraa Akka Of Eeggatu Yaadachiiste

  • VOA

Naayijeeriyaan hanga ammaatti nama vaayiresiin Koronaa keessatti argame sadii yoo qabaatu uummati garruu faca’ina vaayiresichaa ittisuuf of eeggannoo akka godhu beeksistee jirti.

Waldoolin Kiristaanaa, baankilee fi waaltaalee kanneen biroon jijjiiramni yoo jiraati qophaa’anii eegaa jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Naayijeeriyaan Uummati Ishee Vaayiresii Koronaa Irraa Akka Of Eeggatu Yaadachiiste