Oromiyaatti Namoonni 4 Mallattoon Vaayirasii Koranaa Irratti Mul’atuu Isaaf Qorannoof Adda Baafaman 

Oromiyaatti Namoonni 6 Mallattoon Vaayirasii Koranaa Irratti Mul’atuu Isaaf Qorannoof Adda Baafaman

Har'a namootni 4 naannoo Oromiyaa magaalaa Bishooftuutti nama 2 fi Adaamaatti namni 2 mallatoon Vaayirasii Kooroonaatti shakkisiisu waan irratti mul'ateef akka kophaa turanii qorataman taasisamuu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksisee jira.

Akka Biiroon kun jedhutti, faca’insa vaayirasichaa hanqisuuf godinaalee naannawaa daangaa jiranitti akka hordoffii cimaan godhamus himamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Oromiyaatti Namoonni 6 Mallattoon Vaayirasii Koranaa Irratti Mul’atuu Isaaf Qorannoof Adda Baafaman


*Maxxansa duraa irratti namoota 6 kan jenne dogoggoraanii. Namoonni mallattoo agarsiisan 4. Sirreesineera. Nu oofkalcha.