Dhaabbiileen Amantaa Itiyoophiyaa Keessaa Dhaamsa Of Eeggannoo Koronaa Dabaarsan 

(Suuraa faayilii)

Dhabbileen Amantaa garagaraa ummanni yaroo bakka amantaa deemus ta'e jiruu hawaasummatti hirmaatu dhibee Vaayiresii Koroona irraa akka of eegu waamicha dhiheessan.

Dhabbileen kunneen murteelee hanga hirmannaalee waqeeffannaa kan manneen sagadaa tokko tokko ugguruuttillee murtii dabarsanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhabbileen Amantaa Ummanni Vaayrasii Koroonaa Irraa Akka Of Eegu Waamicha Gohdan