Itoophiyaan Wirtulee Laabraatorii  Qoranaa Koronaa Vaayrsii Sadarkaa Naannoleetti Baballisuufi Jedhame

Itoophiyaan Wirtulee Laabraatorii  Qoranaa Koronaa Vaayrsii Sadarkaa Naannoleetti Baballisuufi Jedhame

Namoota mallatton VayrasiiKoroonaa COVID 19 irratti muldhatee qoranaan laabraatorii taasifameef namoota 576 keessa 555 kan ta'an Vaayrasicha irra walaba ta'uu isaani yoo mirkanaahu, namooni sagal (9) hafan ammo bu'aa labraatorii eeggataa akka jiran Inistiwutiin Fayya Hawaasa Itiyoophiyaa beeksise.

Institiwuutichi Wirtuleen Laabraatorii Qoranaa Vaayrasichaa babaldhisuun naannoleetti gadi busuuf karoora kan qabu ta'uu isaas beeksisee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Itoophiyaan Wirtulee Laabraatorii  Qoranaa Koronaa Vaayrsii Sadarkaa Naannoleetti Baballisuufi Jedhame