Ertraa keessatti Namoonni Haaraan Sadii Vaayrasii Koronaan Qabamuun Ibsamee Jira

  • VOA

Nama ammaan dura qabamuun ibsame wajjiin waliigalaan lakkoofsii vaayrasiin qabamananii afuur guutee jira.

Ministeerri fayyaa Ertraa ibsa baaseen jarreen haaraa qabaman kun martinuu lammiwwan Ertraa Dubaay irraa deebi'an ta'u hubachisee jira