Dinagdee Afrikaa Deggeeruuf Gargaarsi Maallaqaa Gaafatamee Jira

  • VOA

Dinagdee addunyaa irratti dhiyeenya kana guddiina agarsiisaa turan keessaa Afrikaan jirti.

Ta'uus garu kan ssuta Afrikaatti tirataa jiru vaayrasiin koronaa guddiina dinagdee kana mancaasa soda jedhuutu jira.

Mummichi ministeera Itiyoophiyaa Abiyyi Ahmad dinagdee Afrikaaf kan oolii Doolaarri Biliyoona 100 fi Biliyoonni 50 akka kennamuuf gaafatanii jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dinagdee Afrikaa Deggeeruuf Gargaarsi Maallaqaa Gaafatamee Jira