Tajaajilli Bilbilaa fi Interneetii Oromiyaa Lixaa Irraa Citee Ture Deebi'ee Baname 

Tajaajjilli bilbilaa fi Interneetii Oromiyaa Lixaa, godinaalee Wallaggaatti addaan citee ture deebi'ee akka tajaajila kenna murteeffamuu isaa Prezdaantiin Mootumma Naannoo Oromiyaa Obbo Shimalis Abdiisaa beeksisanii iran.

Tibba kana hero daawwini godinoota Wallaggaatti taasisametti hawaasa waliin mariin geggeefamuu fi rakkoo bu’uuraalee misoomaa furuufis kan hojjetamaa jiru tahuu dubbatan, prezidaantichi.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Tajaajilli Bilbilaa fi Interneetii Oromiyaa Lixaa Irraa Citee Ture Deebi'ee Baname


.