Manni-maree Dhimmoota Islaamaa Itiyoophiyaa Salaataaf Gara Masgiidaa Deemun Akka Dhaabatu Murteesse

Manni Maree Gumii Dhimmitoota Islaamaa Itiyoophiyaa hawaasni Muslimaa dhimma salaataaf gama Masgiidotaa deemuu irra akka of qusatu murtessee jira.

Murteen kun tamsa’ina Vaayrasii koroonaa ittisuuf jecha xinxala qajeelfama amantaa irra dhaabachuun ka dabarsame tahuu tu himame.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5