Naannooleen Benishaangul Gumuzii fi Gaambeellaa weerara Vaayirasii Koronaa dursanii ittisuuf murtoowwan dandeessisan adda addaa murteessuu isaanii beeksisan.
AMBOO —
Itti gaafatamaan Waajjira Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Benishaangul Gumuz Obbo Mallasaa Bayyana, “Benishaangul Gumuz biyya ollaa sanaa Sudaan wajjin waan wal daangessuuf sochii namootaa, ulaaleen walitti-ceesisan ugguramanii jiru,” jedhan. Waajjirri Pirees Sekireetariyaatii Naannoo Gaambeellaas gama biraan dhimma baqattoota naannicha keessa jiranii mootummaan akka mari’atu dubbatee jira.
Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5