Itiyoophiyaa.: Uummanni Miliyoona 28 Vaayrasii Koroonaaf Saaxilamu Danda'u

  • VOA

Ministirri Fayyaa Itoophiyaa

Biyyonni Afrikaa Bahaa keessa jiran namoota vaayrasii koronaan qabaman hanga tokko qabu.Garu aangawoonni eegumsa fayyaa kan Itiyoophiyaa weerarrii vaayrasii koronaa hammaachuu mala jechuun qophiitti jiru.

Itiyoophiyaan biyya heddumiina lakkoobsa uummataan Afrikaa keessaa sadarkaa lammataa irra kan jirtu.

Odeeffannoo Raadiyoon Sagalee Amerikaa argee akka agarsiisuutti uummanni biyyatti Miliyoona 28 vaayrasii Koronaaf saaxilamuu maluu jedha.

Kana ma/ees namoonni kuma hedduun sababaa vaayrasichaan qabaniif jecha wal'ansa fayyaa kanhatattamaa fi walitti fufiinsaan kennamuu argachuuqabu.

Biyyattiin kanaaf qophii dhaa?

Gabaasa Guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaa.: Uummanni Miliyoona 28 Vaayrasii Koroonaaf Saaxilamu Danda'u