Namoota Vaayrasii Koronaan Qabaman Ogeessii Tajaajilaa Turan Maal Jedhu?

  • Jaallannee Gammadaa

Dr Ibraahim Amee Elemoo

Weerarri vaayrasii Koronaa Yunaaytis Isteetes fi addunyaa irratti hammaataa yeroo jiru kanatti ogeessonni eegumsa fayyaa tajaajiila kennuu itti fufanii jiru.

Kanneen dhukkubsattoota vaayrasii koronaa gargaaraa ituu jiranii ofii vaayrasichaan qabamanis ta'e du'an akka jiran gabaafamaa jira.

Doktooroota Oromoo hospitaaloota Amerikaa keessumaa naannoo Chikaagottti dhukkubsattoota wal'anaaturan keessaa Dr Ibraahim Amee Elemoo tokko.

Namoota vaayrasii koronaan qabaman gargaaruun maal akka fakkaatu ibsuu.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Namoota Vaayrasii Koronaan Qabaman Ogeessii Tajaajilaa Turan Maal Jedhu?