Gamtaan Abbootii Gadaa Akka Vaayirasiin Koronaa Dhala Namaa Irraa Dhaabatu Uummatni Bakka Bakka Jirutti Araara Waaqaa Kadhachuu Qaba, Jedha

Faayilii - Ayyaana Irreechaa bara 2014

Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo weerarri tatamsa'ina Vaayirasii Koronaa akka dhaabbatuuf uummatni bakka jiru maratti Uumaa isaa akka kadhatu, qajeelfamoota ittisa Vaayiresichaa ilaalchisee mootummaa fi ogeeyyii fayyaa irraa kennamanis akka hojii irra oolchu waamicha dhiheessan.

Barreessaa Gamtaa Abbbootii Gadaa ka tahan Abbaan Gadaa Tuulamaa - AbbaaGadaa Goobana Hoolaa akka ibsannitti AbbootiinGadaa guyyaa shan shaniin araara waaqaa kadhachaa jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Gamtaan Abbootii Gadaa Akka Vaayirasiin Koronaa Dhala Namaa Irraa Dhaabatu Uummatni Bakka Bakka Jirutti Araara Waaqaa Kadhachuu Qaba, Jedha