Wallagga Lixaa, Aaangaa Ganjiitti Hojjetoonni Dhabbata Amantii Lamaa fi Namni Ka Biraan Tokko Ajjeesaman 

Hojjattoonni dhaabbata tajaajila mantii Kiristaanaa “Great Commission Ministry Ethiopia” jedhamuu lamaa fi ilmi hojjetaa isa tokkoo kaleessa Godina Wallagga Lixaa, aanaa Ganjiitti ajjeefaman, iechuun Lixa Oormiyaatti qindeessaan tajaajila dhaabbatichaa, Paaster Asfaaw Hordofaa Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran.

Bulchaan Wallagga Lixaa Obbo Eliyaas Uummataa immoo, ‘ajjeechaa kana kan raaw’ate qaama hidhatee socho’uu’ jedhan. Gama qaama hidhatee naannoo sana socho’a, jedhame – Waraana Bilisummaa Oromoo irraa himannaa kanaaf deebii argachuuf carraaqqiin goone ammaaf hin milkoofne.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Wallagga Lixaa, Aaangaa Ganjiitti Hojjetoonni Dhabbata Amantii Lamaa fi Namni Ka Biraan Tokko Ajjeesaman