Hoogganaan Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa Biyyoonni Dhimma Vaayiresii Koronaa Dantaa Siyaasaaf Akka Hin Fayyadamne Akeekkachiisn

  • VOA

Hoogganaan Jaarmayaa fayyaa addunyaa biyyoonni dhibee COVID-19 jedhamuu fi vaayiresii koronaan mudate dantaa siyaasaf akka itti hin fayyadamne akeekachiisaniiru.

Teedroos Adaanoom Roobii kaleessaa akka dubbatanitti vaayiresii kana injifachuu kan danda’u tokkummaa biyyootaa fi addunyaa qofa. Uumata miliyoona tokkoo fi walakkaa ta’utu vaayiresii Kanaan yoo qabaman kanneen kuma 87 ta’u galafateera.

Your browser doesn’t support HTML5

Hoogganaan Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa Biyyoonni Dhimma Vaayiresii Koronaa Dantaa Siyaasaaf Akka Hin Fayyadamne Akeekkachiisn