Namoota 22,000 Ta'an Kanneen Daandirra Jiraatan Deebisanii Dhaabuuf Hojjetamaa Jira Jedha Mootummaan Itiyoophiyaa
WAASHINGITAN, DIISII —
Ministeerri dhimma hojjataa fi hawaasummaa lammiilee daandirra jiraztan 22,000 ta'an daandiirraa kaasanii akka jiruu fooyya'aa jiraatan taasisuuf akka hojjetamaa jiru dubbata.
Waajjirri ministeerichaa lammiilee kana daandirraa kaasuun deebisanii dhaabuu kana kan raawwatu dhaabbilee tola ooltota biyya keessaa akka ta'an beeksisee jira.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5