WAASHINGITAN, DIISII —
Biyyi Kameeruun lammiiwwan Ishee haguuggii funyaanii fi afaanii ykn maaskii utuu hin godhatin akka manaa hin baane labsitee jirti. Dawaan vaayiresii koronaa wal'aanuuf gargaara jedhames heddumminaan oomishuu jalqabdee jiriti.
Torbanneen ja'a darban keessatti hospitaalonni biyyattii namoota COVID- 19 qabaman 850 ol ta'aniin muddamaa akka jirtu ibsameea. Lakkoobisi kun gara kuma hedduutti guddata jedhmee eegamaa jira.
Your browser doesn’t support HTML5