FINFINNEE —
Weerara Vaayirasii Koronaa ittisuuf hojii sakatta’insa fi faana dhayuutiin duula manaa manatti taasifame dabalatee namoota miliyoona 23 dhaqabuu Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromoo beeksise jira.
Namoota harka qalleeyyii haala kanaan rakkachuu malanii fi deeggaramuu qaban 150,000tti dhihan adda baafamuu fi deegarsonii adda addaa Qarshii Biliyoona walakatti dhihaatu walitti qabuu isaa dubbata.
Muktaar Jamaal Dubbii himaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Geetaachoo Baalchaa dubbise.
Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5