FINFINNEE —
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee akka lakkoobsa Itoophiyaatti bara 2012 irraa eegalee konkolaataan manaa Koodiin isaanii lakkoobsa lamaa dabaree guyyaatiin akka socho’an qajeelfama baasuu isaa Abbaan taayitaa Geejjibaa ka Federaalaa beeksisee jira.
Konkonni dhuunfaa kan manaa ka koodiin taargaa isaanii lamaa akka dabareedhaan socho’an taasisamuun, weerara Covid 19 ittisuudhaaf labsii yeroo hatattamaa mootummaan baase bu’uura godhachuun akka tahe dubbatu - Daarektarri Olaanaan Abbaa-taayitaa Geejjibaa Federaalaa.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5