Haanqina Meeshaalee Qabna: Waajira Fayyaa Bulchiinsa Naannoo Uummattoota Itiyoophiyaa Gama Kibbaa

  • VOA

Faayilii - doktoroota Itoophiyaa akkaataa fayyadama veentileeterii irratti leenjii fudhachaa jiran

Bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa keessatti hojjattonni eegumsa fayyaa waan ittiin vaayrasii koronaa of-irraa irraa ittiin ittifnu hanqiinatu jira jedhan.

Bulchiinsa naannoo sana keessatti namniidhukkuba Kooviid-19 jedhamuun qabamee akka hin jirree kan ibsan ittii gaafatamaan waajiira eegumsa fayyaa Obbo Aqnqqw Kaawaazaa garu shakkamtoota 800 ol jiru jedhan.

Hojjatonni eegumsa fayyaa kanneen shakkamoota waliin hojjatan hanqiina meeshaalee qabaachuun isaanii yaaddoo uumuu isaa ibsanii jiru,