Hojii Dadammaqsaa fi Gargaarsa Ittisa Vaayirasii Koronaa 'Garee Artii Agartuu'tiin  Raaw'atame 

Hojii Dadammaqsaa fi Gargaarsa Ittisa Vaayirasii Koronaa 'Garee Artii Agartuu'tiin  Raaw'atame 

Dargaggoonni hojii tola ooltummaa bobba’an, kanneen “Garee Artii Agartuu” jedhaman – Wallagga Lixaa, Magaalaa Najjootti, waa’ee weerara vaayirasii kooronaa jiraattotaaf hubannoo kennaa jiran. Kana malees meeshaalee ittisa Vaayiresichaaf oolu bituun gargaarsa gumaachanii jiran.

Jiraattonni magaalaatti hojii dargaggoota kanaa irraa fayyadamoo ta'anis “hojiin dargaggoota kanaa, dargaggoota biroof fakkeenya guddaa ta’a” jedhu.

Your browser doesn’t support HTML5

Hojii Dadammaqsaa fi Gargaarsa Ittisa Vaayirasii Koronaa 'Garee Artii Agartuu'tiin  Raaw'atame